Miidiyaan mootummaa Raashiyaa akka, Kaartuuniiwwan (cartoons) farra- Zelenskiin akka waan inni, deeggarsi waraanaa Yukireeniif biyyoota Awurooppaatiin taasifamu caalaa isaan iyyoomsaa jiraachu ...
"Osoo abbaan warraa taa'ee ilaaluu haadha warraa gudeedu. Osoo abbaafi haati ilaalanii ijoollee durbaa isaan biratti gudeedu," angawaa mootummaa. Obbo Girmaa Warqinaa Godina Wallagga Lixaa aanaa ...